Godina Harargee Lixaa Aanaa Xuullootti qaamoleen nageenyaa meeshaalee waraanaa dhukaasuun, akkasumas uleedhaan miidhaa geessisuu kan himan jiraattonni, ammallee yaaddoo keessa jiraachuu BBCtti himan.
Shakkamaa Ibraahim Hasan Abdallaa dargaggeessa umuriinsaa waggaa 25 akka ta’e himame, Godina Harargee Bahaa aanaa Guraawaa keessa jiraataa araddaa Eelaa Xaaxessaati. Abbaan isaa miidhamaan dhuunfaa ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results